Tag: similar pages
-
THE VOICE OF THE PEOPLE OF WESTERN OROMIA IN ETHIOPIA.
ethiopia has established a branch of the international airport in eastern wallagga region. We would like to take this opportunity to thank all the intellectuals and authorities who have been influencing the launch of air flights to the airport in the
-
MARIIN HARAARA WARAANA BILISUMMAA OROMOOF MOOTUMMAA ETHIOPIA GIDDUUTTI MARSAA ITTI ANUUF ADEEMSIFAMUUF DEEMU GOYYOMSAA FAKKAATA JECHUUN GORSAAN AJAJAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO DUBBATAN
Gorsaa olaanaan ABO-WBO Obbo Jireenyaa Guddataa rakkoon baratamaan siyaasa Itoophiyaa keessa jiru inni ijoon rakkoo siyaasaa mariidhaan furuu dadhabuu dha jedhan. Mootummaan Itoophiyaa afaaniin marii jedhaa harkaan Oromiyaa keessatti waraana adeemsisaa jiraachuu himaniiru. Marii araaraa kanaan dura Taanzaaniyatti gaggeeffamaa ture keessatti qaamoleen araara buusuuf hirmaatan waan taajjabaa turan kan qaban yoo ta’u, kun immoo gaaffiin…
-
DUBBIIWAN IJOOF ERGAA SIYAASA DABARSAN (Oromoof)
1,Karaakeef garaakee waaqatti malee namatti hin agarsiisiin.2,Halkan sana arguuf halkan kana obsaan dabarsuun furmaata.3,Bakka bultii dhabdus alagaaf dukkanatti harka hin kenniin.4,Kaanisni ilkee isheetiin nama Aarsiti damma isheetiinimoo nama araarsiti5,Arrabni Lafee dhabdus lafee cabsuu hin dadhabdu, kanaaf ammakee beeki malee jalloota hin jibbiin.6,Mataakeerra sammuukee Eegadhu, kanaaf oromoon bakka yaanni jiru miilli ganamfataa jedhaati.7,Maallaqa hin Jaallatiin maallaqni…
-
QABSOON DIDDAA DHIITTAA MIRGA NAMOOMAA MORMUUF JALQABAME HANGA SIRNICHI DIIGAMUTTI ITTI FUFUU WBO IFOOMSE.
SIRNAGARBOONFATAA ABBUMAA IJAARETU DIIGAA!!Seenaa Garboonfatoota fi amala isaani wal fakkaachuuSeenaan Qabsoo kamiyyuu roorroo kan Irree qabu fi sarbamaa mirga namoomas irraa maddeetu mufannaa xiiqiwwaan namtokkee gara fincilaa mirnaa xiqqaa irraa Garaa Murnoota hedduutu mirga sarbamaan kana keessatti wal ijaaraniitu gara tokkummaa uumuutti dhiibbaan sarbamaa sanaa haafa jabaatee roorroo hidhaa ukkaamsaa , samichaa qabeenyaa fi Akka…
-
MARIIN AJANDAA MARII BIYYAALESSAA ADDA BAASUU MAGAALAA FINFINNEETTI GEGGEEFFAMAA TURE XUMURAME.
Mariin ajandaa adda baasuu Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurame** Guyyoottan torban darbaniif Magaalaa Finfinneetti marii ajandaa marii biyyaalessaa adda baasuu gaggeeffamaa ture xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Boqonnaa ajandaa walitti qabuu ilaalchisee ibsa miidiyaaleef kan kennan Komishinarri Marii Biyyalessaa Pirofeesar Masfin Ar’ayaa waltajjichaan qaamoleen hawaasaa hundi, qaamoleen mootummaa sadan, akkasumas paartileen siyaasaa shantamaa ol ta’anii…
-
Waraanni Shororkeessaa PP Kaaba Shaggar Aanaalee hedduu meeshaa gurguddaan rukutaa jiraachuun ifoome
ONM-ABO Onkoloolessa 25,2023 Sirni impaayericha utubee jiru abdii murannaa guddoo keessa seenuun ollaa uummataa meeshaa gurguddaan haleeluun lubbuu namootaa akka malee baasaafi qabeenya uummataa barbadeessaa jira. Kaaba Shaggar aanaalee akka Yaayyaa Gullallee, Dagam, Kuyyuu, Ada’aa Bargaa, Meettaa Roobii, Meettaa Walqixxeefi Hidhaabuu Abootee keessatti meeshaalee Akka Moortara, BM, Madfii Taankiifi Zu 23 itti dhukaasuun lubbuu namootaa…
-
WABIIN UMATA OROMOO WARAANA BILISUMMAA OROMOOTI
Waraanni Bilisummaa Oromoo Waraana humna goleessituu Abbaa Irree pp ummata nagaa ajjeesuun dhaadhataa oolu irratti kanaan booda tarkaanfii Laalessaa fudhataa akka deemu beeksiaa akkuma ture guyyaa har’aas humna waraaba emperor Ethiopia hedduu haala kanaan kan adabu adabee kaan immoo booji’ee of harkaa qabaachuu isaa ibseera. INJIFANNOO UMATA OROMOOF
-
DHIBEE ITOOPHIYAAF MARIIN SIYAASAA FURMAATA TA’UU AMERIKAAN DUBATE…
Ameerikaan Itoophiyaa bakka lolli deemaa jiru hundatti dhukaasni akka dhabbatu gaafatte. Amerikaan karaa Ambaasaddara ishee Itiyoophiyaa jiru Maasingaa Ergaa mootummaa Itoophiyaaf dhaamaniin humna waraanaan rakkoo siyaasaa furuu akka hin danda’amne hubachiisan. Mootummaan Qaamolee isa morman hidhuufi dararuu akka dhaabuun hidhamtoota Siyaasaa akka hiikus waamicha godhan. ”Humna waraanaa fayyadamuun rakkoo siyaasaa walitti bu’iinsa dhale hin hiiku.…
-
Sirni Gadaa Argannoo Dimokiraasiif Sirna bulchiinsa Uummata oromooti.
Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata Uumata Oromooti,Akkasumas hundee dimokiraasii har’aati. Gadaan jaarmiyaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta’u, sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. Gadaan sirna ittiin siyaasni, dinagdeenii fi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa fi dirqama isaa beekee ittiin walii galuu fi tokkummaan ittiin waliin jiraatudha. Sirni Gadaa diimookraatawaa ta’uu isaa beektoonni seenaa…