Welcome to Oromian Insider. You will get news update and important tips on our website.
- ETHIOPIATTI SAGALEE UUMMATA LIXA OROMIYAA.by oromiainsiderSagalee Uummata Lixa Oromiyaa itoophiyaan godina wallaggaa bahaatti damee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Luba Guddinaa Tumsaa hundeessiteetti. carraa kanaan beektotaa fi abootii Aangoo hojii balalii Xiyyaaraa gara buufata xiyyaaraa Damee Guddinaa tumsaatti taasifamu Jalqabsiisuu keessatti dhiibbaa godhaa turtan hundi galatoomaa ulfaadhaa isiniin jenna. keessattuu INJ- Talila guutamaa galatoomaa isiniin jenna.
- THE VOICE OF THE PEOPLE OF WESTERN OROMIA IN ETHIOPIA.by oromiainsiderethiopia has established a branch of the international airport in eastern wallagga region. We would like to take this opportunity to thank all the intellectuals and authorities who have been influencing the launch of air flights to the airport in the
- MARIIN HARAARA WARAANA BILISUMMAA OROMOOF MOOTUMMAA ETHIOPIA GIDDUUTTI MARSAA ITTI ANUUF ADEEMSIFAMUUF DEEMU GOYYOMSAA FAKKAATA JECHUUN GORSAAN AJAJAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO DUBBATANby oromiainsiderGorsaa olaanaan ABO-WBO Obbo Jireenyaa Guddataa rakkoon baratamaan siyaasa Itoophiyaa keessa jiru inni ijoon rakkoo siyaasaa mariidhaan furuu dadhabuu dha jedhan. Mootummaan Itoophiyaa afaaniin marii jedhaa harkaan Oromiyaa keessatti waraana adeemsisaa jiraachuu himaniiru. Marii araaraa kanaan dura Taanzaaniyatti gaggeeffamaa ture keessatti qaamoleen araara buusuuf hirmaatan waan taajjabaa turan kan qaban yoo ta’u, kun immoo gaaffiin… Read more: MARIIN HARAARA WARAANA BILISUMMAA OROMOOF MOOTUMMAA ETHIOPIA GIDDUUTTI MARSAA ITTI ANUUF ADEEMSIFAMUUF DEEMU GOYYOMSAA FAKKAATA JECHUUN GORSAAN AJAJAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO DUBBATAN
- DUBBIIWAN IJOOF ERGAA SIYAASA DABARSAN (Oromoof)by oromiainsider1,Karaakeef garaakee waaqatti malee namatti hin agarsiisiin.2,Halkan sana arguuf halkan kana obsaan dabarsuun furmaata.3,Bakka bultii dhabdus alagaaf dukkanatti harka hin kenniin.4,Kaanisni ilkee isheetiin nama Aarsiti damma isheetiinimoo nama araarsiti5,Arrabni Lafee dhabdus lafee cabsuu hin dadhabdu, kanaaf ammakee beeki malee jalloota hin jibbiin.6,Mataakeerra sammuukee Eegadhu, kanaaf oromoon bakka yaanni jiru miilli ganamfataa jedhaati.7,Maallaqa hin Jaallatiin maallaqni… Read more: DUBBIIWAN IJOOF ERGAA SIYAASA DABARSAN (Oromoof)
- QABSOON DIDDAA DHIITTAA MIRGA NAMOOMAA MORMUUF JALQABAME HANGA SIRNICHI DIIGAMUTTI ITTI FUFUU WBO IFOOMSE.by oromiainsiderSIRNAGARBOONFATAA ABBUMAA IJAARETU DIIGAA!!Seenaa Garboonfatoota fi amala isaani wal fakkaachuuSeenaan Qabsoo kamiyyuu roorroo kan Irree qabu fi sarbamaa mirga namoomas irraa maddeetu mufannaa xiiqiwwaan namtokkee gara fincilaa mirnaa xiqqaa irraa Garaa Murnoota hedduutu mirga sarbamaan kana keessatti wal ijaaraniitu gara tokkummaa uumuutti dhiibbaan sarbamaa sanaa haafa jabaatee roorroo hidhaa ukkaamsaa , samichaa qabeenyaa fi Akka… Read more: QABSOON DIDDAA DHIITTAA MIRGA NAMOOMAA MORMUUF JALQABAME HANGA SIRNICHI DIIGAMUTTI ITTI FUFUU WBO IFOOMSE.