Category: Political issue
-
THE VOICE OF THE PEOPLE OF WESTERN OROMIA IN ETHIOPIA.
ethiopia has established a branch of the international airport in eastern wallagga region. We would like to take this opportunity to thank all the intellectuals and authorities who have been influencing the launch of air flights to the airport in the
-
MARIIN HARAARA WARAANA BILISUMMAA OROMOOF MOOTUMMAA ETHIOPIA GIDDUUTTI MARSAA ITTI ANUUF ADEEMSIFAMUUF DEEMU GOYYOMSAA FAKKAATA JECHUUN GORSAAN AJAJAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO DUBBATAN
Gorsaa olaanaan ABO-WBO Obbo Jireenyaa Guddataa rakkoon baratamaan siyaasa Itoophiyaa keessa jiru inni ijoon rakkoo siyaasaa mariidhaan furuu dadhabuu dha jedhan. Mootummaan Itoophiyaa afaaniin marii jedhaa harkaan Oromiyaa keessatti waraana adeemsisaa jiraachuu himaniiru. Marii araaraa kanaan dura Taanzaaniyatti gaggeeffamaa ture keessatti qaamoleen araara buusuuf hirmaatan waan taajjabaa turan kan qaban yoo ta’u, kun immoo gaaffiin…
-
QABSOON DIDDAA DHIITTAA MIRGA NAMOOMAA MORMUUF JALQABAME HANGA SIRNICHI DIIGAMUTTI ITTI FUFUU WBO IFOOMSE.
SIRNAGARBOONFATAA ABBUMAA IJAARETU DIIGAA!!Seenaa Garboonfatoota fi amala isaani wal fakkaachuuSeenaan Qabsoo kamiyyuu roorroo kan Irree qabu fi sarbamaa mirga namoomas irraa maddeetu mufannaa xiiqiwwaan namtokkee gara fincilaa mirnaa xiqqaa irraa Garaa Murnoota hedduutu mirga sarbamaan kana keessatti wal ijaaraniitu gara tokkummaa uumuutti dhiibbaan sarbamaa sanaa haafa jabaatee roorroo hidhaa ukkaamsaa , samichaa qabeenyaa fi Akka…
-
MARIIN AJANDAA MARII BIYYAALESSAA ADDA BAASUU MAGAALAA FINFINNEETTI GEGGEEFFAMAA TURE XUMURAME.
Mariin ajandaa adda baasuu Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurame** Guyyoottan torban darbaniif Magaalaa Finfinneetti marii ajandaa marii biyyaalessaa adda baasuu gaggeeffamaa ture xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Boqonnaa ajandaa walitti qabuu ilaalchisee ibsa miidiyaaleef kan kennan Komishinarri Marii Biyyalessaa Pirofeesar Masfin Ar’ayaa waltajjichaan qaamoleen hawaasaa hundi, qaamoleen mootummaa sadan, akkasumas paartileen siyaasaa shantamaa ol ta’anii…
-
Waraanni Shororkeessaa PP Kaaba Shaggar Aanaalee hedduu meeshaa gurguddaan rukutaa jiraachuun ifoome
ONM-ABO Onkoloolessa 25,2023 Sirni impaayericha utubee jiru abdii murannaa guddoo keessa seenuun ollaa uummataa meeshaa gurguddaan haleeluun lubbuu namootaa akka malee baasaafi qabeenya uummataa barbadeessaa jira. Kaaba Shaggar aanaalee akka Yaayyaa Gullallee, Dagam, Kuyyuu, Ada’aa Bargaa, Meettaa Roobii, Meettaa Walqixxeefi Hidhaabuu Abootee keessatti meeshaalee Akka Moortara, BM, Madfii Taankiifi Zu 23 itti dhukaasuun lubbuu namootaa…
-
SEENAAF KAAYYOO ABO barruu 4ffaa
𝐀𝐁𝐎_𝐖𝐁𝐎𝐧 𝐬𝐡𝐢𝐫𝐚 𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐀𝐁𝐎 𝐝𝐚𝐝𝐡𝐚𝐛𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐖𝐚𝐫𝐞𝐞𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐖𝐁𝐎 𝐆𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐈𝐦𝐩𝐚𝐚𝐲𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐬𝐮𝐩𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐬𝐨𝐛𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐒𝐨𝐬𝐬𝐨𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐣𝐞𝐜𝐭 𝐃𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚𝐭𝐢;Beekaa haa ta’uu osoo hin beekne warri qaamaa fi qalbiin keessa jirtanii fi deegartan irraa of eegaa daandii ganamaatti deebi’a. Kan jiru Waraana WBO dha malee Jaarmiyaa ABO_WBO miti. Akeekni 𝐀𝐁𝐎_𝐖𝐁𝐎n ijaaarameef , Project kana kan qopheesse, Dirqama…
-
SEENAAF KAAYOO ABO barruu 3ffaa
WBO Jawaar Muhaammad ergama Project Abyii Ahimad jala jiru isa WBO fi ABO diiguuf jiru Hanga ammaatti wanti Marroon godhe isaaf sirrii ta’uu mala. Garuu dogogorri inni godhaa jiru dogoggora seenaa osoo hin beekne sobamuun akka Jaarraa Abbaa Gadaa fi Galaasaa Dilboo jiddutti ta’etuu dabalamaara. Kun hundi shira diinaa duubaan jiru baruu dadhabuun jaarmiyaa Oromoo…
-
SEENAAF KAAYYOO ABO barruu 2ffaa
1,WBO kaayyoo ABOn jaarmiyaa kooti ani waraana jedhee akka Heeraa fi Seerri ABO jedhutti warra yaadu Shawaa 𝐆𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚: – giddu Gala Oromiyaa Shaggar guutuu /Ilmaan Tuulamaa jechuu dha. Kun ilaalcha diinaa qoqqodanii bulchu (divided and rule) Amantaan, Naannoon, siyaasaan, hawaasummaan, Aadaan, Diinagdeen duula Oromoo irratti qiyyaafatametuu ammas jira. Oromoon har’aas kana hubachuu dadhabe. Dhimma amma…
-
SEENAAF KAAYYOO ABO barruu 1ffaa
𝐀𝐁𝐎_𝐖𝐁𝐎, 𝐒𝐄𝐄𝐒𝐄𝐄 𝐟𝐢 𝐒𝐇𝐀𝐍𝐄𝐄𝐒𝐡𝐢𝐫𝐚 𝐃𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐚𝐱𝐢𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐮𝐧 𝐃𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚! 𝐀𝐁𝐎_𝐖𝐁𝐎𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞? 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐢𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞? 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞? 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐨𝐨𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐧 𝐆𝐚𝐡𝐚𝐚! Ummannii Oromoo erga waanjoo kolonii Gabrumaa jalatti kufee qabee falmaa hadhaawaa gaggeessuudhaan diina isaa kopha kophattis ta’ee waloon qolataa mirga isaa kabachisiisaa eddana gaheera. Keessahuu, Erga jaarmiyaa siyaasaa jalatti ijaaramuu…