Category: History of the oromo Geda system
-
ETHIOPIATTI SAGALEE UUMMATA LIXA OROMIYAA.
Sagalee Uummata Lixa Oromiyaa itoophiyaan godina wallaggaa bahaatti damee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Luba Guddinaa Tumsaa hundeessiteetti. carraa kanaan beektotaa fi abootii Aangoo hojii balalii Xiyyaaraa gara buufata xiyyaaraa Damee Guddinaa tumsaatti taasifamu Jalqabsiisuu keessatti dhiibbaa godhaa turtan hundi galatoomaa ulfaadhaa isiniin jenna. keessattuu INJ- Talila guutamaa galatoomaa isiniin jenna.
-
DUBBIIWAN IJOOF ERGAA SIYAASA DABARSAN (Oromoof)
1,Karaakeef garaakee waaqatti malee namatti hin agarsiisiin.2,Halkan sana arguuf halkan kana obsaan dabarsuun furmaata.3,Bakka bultii dhabdus alagaaf dukkanatti harka hin kenniin.4,Kaanisni ilkee isheetiin nama Aarsiti damma isheetiinimoo nama araarsiti5,Arrabni Lafee dhabdus lafee cabsuu hin dadhabdu, kanaaf ammakee beeki malee jalloota hin jibbiin.6,Mataakeerra sammuukee Eegadhu, kanaaf oromoon bakka yaanni jiru miilli ganamfataa jedhaati.7,Maallaqa hin Jaallatiin maallaqni…
-
Sirni Gadaa Argannoo Dimokiraasiif Sirna bulchiinsa Uummata oromooti.
Sirni Gadaa sirna ittiin bulmaata Uumata Oromooti,Akkasumas hundee dimokiraasii har’aati. Gadaan jaarmiyaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta’u, sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. Gadaan sirna ittiin siyaasni, dinagdeenii fi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa fi dirqama isaa beekee ittiin walii galuu fi tokkummaan ittiin waliin jiraatudha. Sirni Gadaa diimookraatawaa ta’uu isaa beektoonni seenaa…
-
Oromoo Tuulamaa
Tuulamni gosa Oromoo keessaa tokko yoo ta’u baayyinaan giddu-galeessa Oromiyaa keessa jiraatu. Keessattuu, godina Shawaa Kaabaa, Shawaa Bahaatti fi GANF keessatti baay’inan argamu. Godinoota Kibba Lixaa Shawaa fi Lixa Shawaattis gosa Oromoo Maccaa angafticha kan ta’e Liiban wajjin wal makuun ni argamu.Gosoota Tuulamaa*Tuulamni ilmaan sadii qaba:*Daacci: ilmaan sadii qaba:Galaan, Oboo fi Sooddoo*Galaan: Jahan Galaan Liiban,…