SEENAAF KAAYYOO ABO barruu 4ffaa

๐€๐๐Ž_๐–๐๐Ž๐ง ๐ฌ๐ก๐ข๐ซ๐š ๐๐ข๐ข๐ง๐š๐š ๐€๐๐Ž ๐๐š๐๐ก๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐Ÿ๐ข ๐–๐š๐ซ๐ž๐ž๐ ๐š๐ฆ๐š ๐–๐๐Ž ๐†๐š๐ญ๐ข๐ข ๐๐ก๐š๐›๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ˆ๐ฆ๐ฉ๐š๐š๐ฒ๐ข๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐ฌ๐ฎ๐ฉ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฌ๐จ๐›๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐’๐จ๐ฌ๐ฌ๐จ๐›๐š๐š๐ง ๐ข๐ฃ๐š๐š๐ซ๐š๐ฆ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฃ๐ž๐œ๐ญ ๐ƒ๐ข๐ข๐ง๐š๐š๐ญ๐ข;Beekaa haa ta’uu osoo hin beekne warri qaamaa fi qalbiin keessa jirtanii fi deegartan irraa of eegaa daandii ganamaatti deebi’a. Kan jiru Waraana WBO dha malee Jaarmiyaa ABO_WBO miti.

Akeekni ๐€๐๐Ž_๐–๐๐Žn ijaaarameef ,

  1. Adda Bilisummaa Oromoo fi Waraana Bilisummaa Oromoo Shororkeessaadha jedhanii sadarkaa iddil Addunyaatti farrajuufi.
  2. ABO fi WBO waliin hojjatuun ABO dhiibanii magalaa baasuun akka Qabsoo karaa nagahaa dhiisee Qabsoo hidhannootti makamu gochuufi.
  3. ABOn gaafa kana dide ABO sababoota hin jirre itti tuuluun mana hidhaatti galchuu.
  4. ABO keessaa murna dantaaf sossobaman kaadhimuun ABO irraa kutanii mindaa kaffaluufiin hojjataa mootummaa gochuun akka ABOn seera qabeessi isaan ta’etti kaadhimuu.
  5. Waraana kophatti kaadhimanii WBO keessa galchuun akka ABOn isa ganee fi waakkatetti ABO balaaleffachiisuun akka ummanni WBO malee ABOn hin jiru kanaaf ABO dhiisnee ๐€๐๐Ž_๐–๐๐Ž akka ijaaramu gochuu.
  6. Gaafa Jaarmiyaan ABO jedhamu badu ammoo, ๐€๐๐Ž_๐–๐๐Žn jaarmiyaa siyaasaa fi waraanaa ta’ee as baha, gaafa kana Shororkeessaa dha jechuun sadarkaa iddil Addunyaatti beeksifnee biyyarraa baasna.

Project kana kan qopheesse,

  1. Abiyyii Ahmad Alii (master mind)
  2. Jawaar Siraaj Muhaammad aangoo siyaasaa dhuunfatee Itiyophiyaa akka bulchuuf waadaan seenameef. Hoji maatni (action plan) isaaf kenname.

Dirqama isaa fudhateen Jawaari ABO keessaa tuuta tokko Qajeelaa Mardaa, Araarsoo Biqilaa, Ibsaa Nagawoo , Atoomsaa Kumsaa fi warra isaan waliin jiran ijaaree Abiyyiif kenne, ajandaa tokko xumurateera.

Ammas Jawaar, Waraana WBO keessatti qaamni kamuu quba hin qabne dargaggoota ijaaranii maatii isaaniif waan jireenya tahu qarshii guddaa account isaanii irra galchaniifii bobbaasan, warra WBO fakkatee ABO irratti ololu. Kanas raawwateera.

  1. Jawaar Nama injinar Masfiin/Raasoo Dibaabaa ijaaratee dhuguma WBOn haa galu jechuu ani nan dogoggore amma WBOn yoo jiraate malee Oromoon kabajaa hin argatu, kanaaf ABO dadhabsiiftanii Jaarmiyaa Siyaasaa fi Waraanaa ijaaruu qabdan kana irratti tarsiimoo jiruun isin gargaaruuf waadaa isinii gala; jechuun Jawaar Raasoo gorsa.
  2. Raasoo Dibaabaa ammoo nama Jireenyaa Guddataa(Zalaalam) jedhamu akka inni Marroo waliin mari atee ajandaa eebbifamaa Jawaar himeef kana hojitti hiike.
  3. Zalaalam akkuma Raasoon Jawaariin gowwoomfame, Raasoon gomfamee dhugaa itti fakkatee Marroo Gowwomsuun ajaja walii galaa godhanii Muudanii, jaarrolii Dhugaasaa Bakakkoo fi kanneen biroo of keessaa ari’uun ๐€๐๐Ž_๐–๐๐Ž jedhanii lafa qabsiisan.
  4. Jawaar Faqqadaa Abdiisaa WBO dadhabsiisuuf akka bobbafame Odeessa gahaa Abiyyii irraa argateera. Faqqadaan gaafa bobbafamu, haala ilaalee Abiyyii fa’a ganuun dirree saaqe. Gaafa Faqqadaan Baha Walaggaan Dirree Saaqu Marroon at ergama qabattee dhufte malee qabsoo haqaaf hin dhufneen lola irratti bana. Faqqadaan Abdiin inni qabu bakka jirtutti cichuu dha malee Abiyyitti deebi’uuf abdii dhabe.
  5. Jawaar Ajaja gara biraa Raasoof kenneen akka Daawud marroo amanuu dhabee Faqqadaa Abdiisaaf dirqama kennee Waraana Marroo rukutuutti Ibseefi. Isa kana kan Zalaalamii fi Raasoon Marroo gorsanii akka inni Faqqadaa milishaa fakkeessee balaaleffatuu fi warra Gullallees booji’amtoota jedhee balaaleffachuun ๐€๐๐Ž_๐–๐๐Žtti cichu taasise.

Jala sararaa beekaa Jaarmiyaan Guddaan ๐€๐๐Ž_๐–๐๐Ž dha jechuun ABO diiguun gonkumaa hin danda’amu.

ABOn uumamma isaa irraa akka hin diigamnetti hidda gadi fageeffatee Onnee dhalootaa keessatti ijaarame. Warri Ajandaa diinaa fudhattanii ABOn diigamuu qabaan burraaqxan adaba kan isinitti godhu fagoo miti isin keessa jira.

W3On amma jiru kun Burree dha. Gaafa dubbiin hammattu akka walitti deebi’ee wal bulleessee wal qulleessu hin shakin.